Faayidaa hirriba ga'aa rafuun fayyaa keenyaaf qabu;

 HIRRIBA GA'AA RAFUUN:

Hirriba ga'aa rafuun waan baayyeef barbaachisaadha! Barbaachisummaan isaa maal fa'i? 

1. Dandeettii dhukkuba ofirraa ittisuu qaamaa (immunity) dabala.

2. Dandeettii waa yaadachuu (memory) keenyaa dabala.

3. Dandeettii waan haaraa kalaquu (creativity) dabala.

4. Sammuun akka waan tokko irraatti sirriitti xiyyeeffatu (concentration) fi murtoo gaarii akka merteessu gahee guddaa qaba.

5. Garmalee qallachuufi garmalee furdachuu qaamaa irraa nama eega.

6. Jireenya jaalalaa keessatti saalqunnamtii gaarii tahe geggeessuuf (keessumatti dhiirotaaf) ga'ee guddaa qaba.

********************


Post a Comment

1 Comments