Faayidaa Qaaraa nyaachuu:

FAAYDAA QAARA/CORQAA 🫑🫑🫑


✍️Dhiibbaa dhiiga to'achuuf
✍️Dhukkubi Onnee Nurra ittisuuf
✍️Ulfaatina qaama kenyaa sirressuf
✍️Dhukkubbi akka sayinaasi nurra ittisuuf
✍️Dhukkubbi qoonqotiif
✍️Dhipinna fi yaaddo nurra balleesuf
✍️Dhibee ofirraa ittisuu qaama keenyaaf.
✍️Sooratni akkadaakamuuf.
✍️Kaansarii nurraa ittisa.
✍️Jabina lafee/Mashaa keenyaaf.
✍️Keemikaalota qaama keenyaaf hin barbaachifne ni dhabamsiisa.
✍️Gogaan qaama keenyaa akka dafee walitti hin butamnee fi dulluma yeroo malee nurraa ittisa
✍️Dhibee Sukkaara to'achuuf
✍️Dhukkubi ilkaanitif
Namonni Dhibee garracha qabdani hin fayyadamina 
Hub:-Dhukkubi Hundaa kaa nurra fayyisuu danda'uu Rabbi Guddaa qofa,waan tarreessine kuni immo sababa isiniif taya
©Egeree
Source:-Clinical osteopathy

Post a Comment

0 Comments