Faayidaa aannan qurunfudii wajjjiin makanii dhuguu:

FAAYIDAA AANNANII QURUNFUL WALIIN


1). Dadhabuu onneetif.
2). Dadhabbina sammuutii fi waa hubachuu
3). Dhukubba Asmiif
4). Dhukkubbi Ilkanitif
5). Finniisaa Ballessuuf
6). Nyaanni akka Dakaamuuf
7). Dhibee Utaalloo/ qufaatif
😎. Dhiiguu foon ilkaanii nurraa qolata.
9). Hanga cholesterol qaama keenyaa ni to’ata.
10). Dhukkuubbii jilbaa fi Lafee
11). Foolii Aaanii gaarii akka qabaannuuf
12). Dhukkubbi yeroo marsaa laguutif
13). Dhibee garaachaaf
14). Dhukkubbi Tiruuf
15). Dhukkubbii ilkaaniif.
16). Dadhabbina ijaatiif
17). Kaansarii nurra ittisuuf
18). Bareeduma Gogaa kenyaaf
19). Dhibee Sukkaarafi
20. Hir'inna Dhiigaaf
21). Dhukkubbi Toonsilitif
22). Gogiinsa Garaatif
23). Rakko Dhala Dhabuun walqabatef
24). Dhibba Dhiigatif
25). Bareeduma Rifeensatif
26). Infekishiini Qaama saalatif
27). Feedhi Nyaata Dabaluufi
Akkamitti fayyadamna yoo jettan
✍️ Qurunfudin ka Dakamee tahu qaba
✍.Qurunfudi Maanka/Fal'aana shayii tokko Aannani kubbayya tokko wajjin dhugii/dhugaa
✍ Torbanitti yeroo 2-3
✍Ganama Ganamaa osoo Ciree hin nyaatin sa'aa 1 duraa
©Dr.Mahmud Kedir
egeree

Post a Comment

0 Comments