faayidaa qullubbii adii

FAAYIDA QULLUBBI ADII


✍Dhibee kintaarootii ,dhiitoo fi dhullaaf
✍Qulqullinna hirribaaf ni ta'a
✍Dafanii dulloomuu ni hir'isa
✍Miira dhukkubbii ilkaanii ni hir'isa
✍Dhiibbaan dhiigaa fi hammi Sukkaara qaama keenyaa akka ol hin kaane ittisuuf
✍Carraa dhukkuboota Ujummolee dhiigaa(dhiphachu Ujummoo dhiigaa' atherosclerosis' , itita dhiigaa) fi Onnee ni ittisa
✍Hamma koolestroolii qaama keenyaa ni to'ata
✍️Dandeetti dhibee dandamachuu qaama keenyaa(Immunity) ni dabala
✍Dhukkuboota Ujummoo qilleensa gara oli fi gadi(somba) kannen akka Utaalloo, biroonkaayitii, Asmii fi daraanyoo sombaa (TB) fi kkf fa'a ni fayyisa.
✍Dhukkuboota Ujummolee nyaataaf (Liqimsiitu, garaacha fi Mar'ummaan) fayyisuuf ni faayada
✍Fayyummaa lafee fi buusaa ni eega.
✍Dhibee gogaa qaama keenya fi madaa malaa makate ni fayyisa
✍Fedhiin nyaata (Appetite) akka banamu fi nyaanni akka sirriitti daakamu ni gargaara
✍Raammoo garaa keessaaf ni faayada
✍Dhibee Kaanserii garaagaraaf fknf Kaanserii harmaa,hadhooftuu,Mar'ummani,Munee,piroosteeti fi kkf ni ittisa
✍Wal-nyaatinsa Seelota keenya keessa ni dadammaqsa
✍Dhukkuboota saal-qunnamtii tokko tokkoo ni fayyisa fknf Trichomoniasis
✍Dhibee ijaa sababa umriin dhufu kan kaataaraaktii jedhamu ni fayyisa
✍Pirootiina dhumaatii rifeensa mataa ittisuu danda’u of keessaa qaba
egeree

Post a Comment

0 Comments